Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo adda addaa

Ultima versione

Versione
Aggiornare
9 giu 2026
Sviluppatore
Installazioni
100.000+

App APKs

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo APP

Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo'oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi sawaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu. Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.

Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa
Ulteriori informazioni

Pubblicità

#} #}