Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo adda addaa

Dernière version

Version
Mise à jour
9 juin 2026
Développeur
Installations
100 000+

App APKs

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo APP

Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo'oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu. Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.

Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa
Lire la suite

Publicité

#} #}