Macaafa Qulqulluu APP
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo appii salphaa fi ammayyaa ta’ee、Dubbii Waaqayyoo yeroo kamiyyuu fi bakka kamiyyyuu akka dubbiftan isin gbbara。 Appiin kun muuxannoo dubbisuu gaarii, saffisaa fi salphaa isiniif dhiyeessa。
✨ 阿瑪洛塔‧伊喬
📖 Macaafa Qulqulluu Guutuu
Kitaabota Kakuu Moofaa fi Kakuu Haaraa guutuu dubbisaa。
🔍 巴爾巴查·薩菲薩
Caqasoota,boqonnaawwan fi jechoota barbaaddan salphaatti argadhaa。
🖍️ Mallatteessuu Halluuwwan Garaagaraatiin
Caqasoota barbaachisoo helluuwwan adda addaatiin mallatteessaa。
🔖 馬拉圖利
Caqasoota jaallattan akka salphaatti deebiitanii argattan kuusaa。
🗒️亞丹努
Yaadannoowwan dhuunfaa barreessuun kuusaa。
🙏 卡丹納
Kadhannoowwan keessan galmeessuun hordofaa。
⏰ Yaadachiisa Guyyaa Guyyaa
Yaadachiisa Dubbii Waaqayyoo yeroo Sirrii irratti argadhaa。
🌙 迪加薩·哈拉·杜卡納
Halkanis ta'e bakka ifni xiqqaa jiru keessatti mijataan dubbisaa。
📤 庫杜
Caqasoota jaallattan maatii fi hiriyoota keessan waliin qoodaa。
❤️ MaaliifAppii Kana Filatta?
法耶達穆夫·薩阿爾法
杜比蘇·薩菲薩·菲·米賈塔
阿凡·奧羅莫·基薩蒂·古圖
Muuxannoo ammayyaa fi hawwataa
Dubbii Waaqayyoo yeroo hunda harka keessan keessa qabaachuu
Har’a buufadhaa; Dubbii Waaqayyoo Afaan Oromootiin yeroo kamiyyuu fi bakka kamiyyuu dubbisaa、xiinxalaa、fi qoodaa。 📖✨
