70k+ English - Afaan Oromo words with fast search and quizzes.

Laatste Versie

Versie
Update
30 mei 2026
Ontwikkelaar
Google Play ID
Installaties
100.000+

App APKs

English Afaan Oromo Dictionary APP

Orooroo woordenboek!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/vertaling isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taaisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Fuduluree/Toekomst
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Je kunt je safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.


Orooroo-woordenboek.
Meer informatie

Advertentie

#} #}